Fayyadamni(应用程序),Sirna Gadaa karaa salphaa ta’een,amaloota bu’uuraa fi maalummaa Sirna Gadaa uummata Oromoo irratti odeeffannoofi hubannoo kennuuf yaadame kan qophaa’eedha。
Mataduree / qabduu barbaaddan cuqaasuun / tuquun odeeffannoo(ibsa)bu'uura waa’ee Sirna Gadaa,Sona Ijoowwan Isaa,Caasaa,Sadarkaa,Dhaabbata(Jaarmiyaa),Odaawwan Gurguddoo,Irreecha fi Sirabana da’
这个程序是为了解Oromo人的Gada系统而设计的一种快速简便的方法。通过提供您需要了解的有关Oromo人的Gada系统的信息,它突出了Gada系统的所有基本特征和功能。
通过点击特定的按钮/标题,您可以快速访问有关Gada系统,其核心价值,结构,等级(等级),机构,主要Oda,Irrecha和Gada系统基本定律的更多详细信息。